Shaashamannee irratti pirojektoota marsaa sadiitu hojjatamaa jira
Friday, 07 August 2015
by walabuconstruction_k7ipnw
- Marsaa (feezii) 1ffaa; Marsaan kuni gamoolee adda addaa baay’inaan kudha tokko (11) kan hojjatamaa jiru yoo ta’u yeroo ammaa kan dhibbeentaa 78 irra ga’anii jiru
- Marsaa (feezii) 2ffaa; Ijaarsa Bu’uuraalee Misoomaati kan walqabatan yoo ta’an hojiin kun ijaarsa daandii, bishaanii (sanitary), hojii elektiriikaalaa fi kkf yoo ta’an yeroo ammaa dhibbeentaa 40 gahee jira
- Marsaa(feezii) 3ffaa; Marsaan kuni gamoo dhimmoota adda addaatiif ooluu fi dallaa of keessatti kan hammate ta’ee % 67 qaqqabeera.
No Comments