Bulbula IAIP projects
-
YEAR
2017
-
WE DID
Shade, Factories, Drainage, Road
- Phase Iijaarsa gamoolee adda addaa kan of keessaa qabate yoo ta’u isaanis bilookii saddeet (8) irratti ijaarsi gaggeeffamaa jira hojiin isaa %93 irra gaheera,
- Phase IIhojiiwwan Ijaarsa Bu’uuraalee Misoomaa yoo ta’u hojiin kun ijaarsa daandii, Bishaani(sanitary), hojii elektiriikaala fi kkf yoo ta’an yeroo ammaa %66 ga’anii jiru
Bulbula Phase II, sub-base,walkway, meadian, curb-stone construction completed and ready for base-course
- Phase IIIkunis ijaarsa gamoo yoo ta’u ji’a Onkoloolessaa keessa kan eegalee fi gamoo dhimmoota adda addaa tiif oolan bilookii torbaatamaa (70) ta’an irratti ijaarsi isaa kan eeggalee fi yeroo ammaa kana % 35 irra jira.
-
CATEGORY
Projects On-Going
-
TAGS
TOP