Bulbulaa irratti pirojektoota marsaa sadiitu hojjatamaa jira. Isaanis
ijaarsa gamoolee adda addaa kan of keessaa qabate yoo ta’u isaanis bilookii saddeet (8) irratti ijaarsi gaggeeffamaa jira hojiin isaa %93 irra gaheera,
- CLIENT Bulbula irratti
- YEAR 2017
- WE DID Construction, Sanitation
- Marsaa (feezii) 1ffaanijaarsa gamoolee adda addaa kan of keessaa qabate yoo ta’u isaanis bilookii saddeet (8) irratti ijaarsi gaggeeffamaa jira hojiin isaa %93 irra gaheera,
- Marsaa (feezii) 2ffaahojiiwwan Ijaarsa Bu’uuraalee Misoomaa yoo ta’u hojiin kun ijaarsa daandii, Bishaani(sanitary), hojii elektiriikaala fi kkf yoo ta’an yeroo ammaa %66 ga’anii jiru
- Marsaa(feezii) 3ffaakunis ijaarsa gamoo yoo ta’u ji’a Onkoloolessaa keessa kan eegalee fi gamoo dhimmoota adda addaa tiif oolan bilookii torbaatamaa (70) ta’an irratti ijaarsi isaa kan eeggalee fi yeroo ammaa kana % 35 irra jira.
- CATEGORY Pirojektoota
- TAGS



