Kenya Beverage Project
Waldaan Aksiyoona Ijaarsaa Walaabuu Pirojektii Biiraa Keenyaa Ginciitti argamu qulqullina Olaanaan Ijaaruun hojii ‘Mega’ pirojektii akka biyyaatti beekamaa tahe ijaaruun yaada Walabuun hojjechuu hin danda’uu jedhamaa ture hojjete hojiin agarsiise jira. Qooda fudhattooni hunduu galata gudda qabduu waan taheef baga ba’uu hojii keessanii lafarrattii argitan yoo jennu gammachuu guddaan.
