Shaashamannee irratti pirojektoota marsaa sadiitu hojjatamaa jira

  • CLIENT Robix Inc.
  • YEAR 2019
  • WE DID Design mockups, SEO, Swift App
  • Marsaa (feezii) 1ffaaMarsaan kuni gamoolee adda addaa baay’inaan kudha tokko (11) kan hojjatamaa jiru yoo ta’u yeroo ammaa kan dhibbeentaa 78 irra ga’anii jiru
  • Marsaa (feezii) 2ffaaIjaarsa Bu’uuraalee Misoomaati kan walqabatan yoo ta’an hojiin kun ijaarsa daandii, bishaanii (sanitary), hojii elektiriikaalaa fi kkf yoo ta’an yeroo ammaa dhibbeentaa 40 gahee jira
  • Marsaa(feezii) 3ffaaMarsaan kuni gamoo dhimmoota adda addaatiif ooluu fi dallaa of keessatti kan hammate ta’ee % 67 qaqqabeera
  • CATEGORY
  • TAGS ,
  • Marsaa (feezii) 1ffaa
  • Marsaa (feezii) 2ffaa
  • Marsaa(feezii) 3ffaa

LET'S WORK TOGETHER

AND MAKE THE NEXT BEST PROJECT

CONTACT INFO

Mulberry St, New York, NY 10012, USA

1.900.256.332
1.900.256.334

hello@yourwebsite.com
www.hogash.com

TOP